People interest: 0
00:00
1H
Dhabbanni Visit Bale Tour Operator event tuurizimii guddaa
magaalaa Robe irratti qopheessaa jira.
Eventiin kun:
Qabeenya uumamaa Baalee beeksisa
Aadaa, seenaa fi uffannaa Baalee agarsiisa
Tuuristoota biyya keessaa fi alaa walitti fida
Carraa hojii fi invastimantii babal’isa
π Koottaa Baalee daawwadhaa,
π Aadaa keenya hubadhaa,
π Uumama keenya jaaladhaa.
Visit Bale Tour Operator
π Baalee – lafa uumamni fi aadaan wal qunnaman πΏ